IDDOO SIMMEETII DHIIRAA (Dubartootaf)

★★★★★★★★★★★★★
◈ Iddoowwan dhiiratti fedhii sex itti kakaasan
dubartiin beektee dadammaqsuu qabdi.
❶ Quuba miila isaa: Miila kee irra kaa’i. Ittiin
rirriiti. Miirri isaa gaaratti dhaga’ama. Fedhii
keessa seensisuuf miilli isaa murteessadha.
❸ Harka isaa: Qubuma isaa irraa kaasi hanga
gateettii isaatti harka kee irra oofi. Massage
gochuu. Arrabaan quba isaa takka takkaan
hodhuu. Keessattuu quba jidduu irraanfachuun
hin taatu.
.
❹ Morma: Gogaan morma isaa duubaan baay’ee
sensetividha. Harka kee suuta irra harkisi. Gurra
jalaan xixiqqeessi dhungoo itti qici. Ciniinnaa
salphaa wayiis itti lakkisi.
.
❺ Gateettii: Kuni sirna circulatory system faana
hidhata qaba. Miirri toora kanatti ho’e gara sirna
kanaatti dabarsa. Gateettii isaa rurruukutuun
miira isaa ni kaasa. Dhungachuunis
murteessadha.
.
❻ Fiixee harmaa: Guddinni harma isaa aamma
dubartii ga’uu baatus Waaqni isaafis harma
laatera. Qubuma kee tokkoon fiixee harma isaa
susukkuumi. Qubaan geengoo kaasi. Arrabaan
dhungo❷ Handhuura: Suuta quba keetin irra
naannessi. Geengoo kaasi. Arrabaan keessa isaa
soofi. Qubee garagaraa irratti boci. Keessoo
handhuura isaa keessatti quba keetin geengoo
boci o irra dhaabi.
.
❼ Hidhii: Hidhiin qaama salphumatti miira keessa
nama seensisu. Iddoowwan narvii baay’een itti
walga’uudha. Gogaan isaas furdaadha. Hidhii
gaaraf daka gargarbaasi xuuxi. Asitti arraba kee
kan isaatin walbarsiiisi. Keessa gottoti. Quba kee
afaan isaa keessa kaa’i.
.
❽ Gurra: Jalqaba gaafa gurra irra eegaltu gurri
elektiriiki qaama hundatti tamsaasa. Asitti
naannesitee ciniinu qabda. Hafuura kees itti
baaffu. Jecha hiika hin qabne gurra isaatti
iyyisiisi. Qaamni kun gonkumaa dagatamuu hin
qabu.
.
❾ Kofa jidduu: Keessa sarbaa naannessi suuta
jilbaa jalqabii hanga cidhaanitti harka keetin irra
deemi. Harkaan massage taasisuun bareedadha.
Suuta arrabaan irra foqoqi.
.
❿ Cidhaan: Cidhaan tishuu lallaafaa iddoo narviin
itti baay’inaan argamuudha. Kuni beekkamaadha.
Harka keetin cidhaan kana lachuu gargarbaasi
gorogori, susukkuumi. Xuxxuuxi.
.
⓫ Perineum: Qaamni kun kan argamu cidhaan fi
hudduu jidduutti. Kuni mana maashaa ispeermii
dhangalaastuti. Kun hudduu irraa kaase gara
hundatti qaama facaastuu narviiti. Harka kee
cidhani hanga hudduutti wali gadi oofi.
Susukkuumi. Quba abbuudduudhan sochii
marfaatadhan keessa deemi.
.
⓬ P-spot: Hormoonin prostate kan argamu
cidhaani fi hudduu jidduutti argama. Miira iddoo
kanaa argachuuf isa garaan ciibsitee duuban
miila gargar qabuun ta’a.

Leave a Comment