The Magic Of Thinking Big

Top 10 Lesson learned from rom book -The Magic of Thinking Big

  1. Believe You Can Succeed And You Will
    When you have an “I-can-do-it” attitude, the how-to-do-it traits develops in your mind. Believing that you WILL succeed is the one of the basic and essential traits of successful people.

Schwartz says that it is great to admire and respect the leader; study and observe them. However do not worship them. Aim to be better than them.

How you see yourself, is how others see you.

Think success, not failure. Remind yourself regularly that you are better than you think you are. Believe Big. The size of your success is determined by the size of your belief.

  1. Stop Making Excuses
    The common excuses people make are;

Age: I’m too young/old
Health: I’m not well
Intelligence: I’m not smart enough
Luck: I’m not lucky enough
When it comes to your health be genuinely grateful about your health, it is better to wear out then rust out.

We sometimes underestimate our own brain power, and overestimate others. Don’t. The ability to think is much greater than the ability to memorize facts.

Eliminate the habit of making excuses; see reasons why you can succeed. The right attitude and one arm will beat the wrong attitude and two arms every time.

  1. Build Confidence & Destroy Fear
    Action cures fear. Indecision, delays on the other hand, feed fear. You should deposit only positive thoughts into your memory.
  2. Think & Dream Creatively
    Big people monopolise listening. Small people monopolise talking. Top leaders spend more time requesting advice than they do in giving it.
  3. You Are What You Think You Are
    As a leader the way you think towards your job determines how those around you think towards their jobs. Look important.

Think your work is important. Use the technique of “selling-yourself-to yourself”.

  1. Manage Your Environments
    The company you surround yourself with will surely have an impact on your success. It is up to you to surround yourself with people who uplift you and whose presence calls forth your best.

Analyse your crew, filter out the negativity, and dedicate time to relationships. Remember -people who tell you that it cannot be done are usually unsuccessful people.

  1. Make Your Attitudes Your Allies
    Attitudes are mirrors of the mind, they reflect thinking. When our attitude is right, our abilities reach a maximum of effectiveness and good results inevitably follow.

Grow three attitudes:

  1. The attitude of “I’m activated”
    Results come in proportion to enthusiasm invested. Dig in deeper when you find yourself disinterested in something, learn more about it. This sets off enthusiasm.

Always try to have energy; your smile, your handshake, talk and walk. Act alive. Always broadcast good news. No one will ever accomplish anything positive telling bad news.

  1. The attitude of “You are important”
    People do more for you when you make them feel important. When you help others feel important, you help yourself feel important too.

Practice appreciation.
Practice calling people by their names.
Don’t hog the glory, invest it instead.

  1. The attitude of “Service first”
    Put service first and money takes care of itself. Give people more than they expect to get.
  2. Think Right Towards People
    Success depends on the support of other people. The only hurdle between you and what you want to be is the support from others. A person is not pulled up to a higher level job, they are rather lifted up.

It is a mark of real leadership to take the lead in getting to know people. The person who does the most talking and the person who is the most successful are rarely the same person.

  1. Turn Defeat Into Victory
    Study your setbacks to pave your way to success. Have the courage to be your own constructive critic, stop blaming luck. Blend persistence with experimentation and remember – there is a good side in every situation.
  2. Think Like A Leader
    Achieving high-level success requires the support and the cooperation of others. Schwartz gave various principles on leadership.

Trade minds with the people you want to influence, try to understand them.

“Be-Human” in dealing with others , show that you put others before yourself. Think progress, believe in progress, and push for progress. Take time out to confer with yourself.

Think Again

  1. Think like a scientist.

A scientist is always in a rethinking loop which enables discovery of new knowledge.

👉If knowledge is power, knowing what we don’t know is wisdom.

  1. Develop Confident Humility

Humility isn’t about lack of self-confidence. It’s about being grounded.

👉Knowing that we are both flawed and fallible. Never losing sight of this reality. Confidence is about self belief.

  1. Detaching Opinion from Identity

🚫We should avoid becoming too attached to our ideas and our beliefs. We shouldn’t let it become part of our identity.

👉When we let our ideas become part of our identity, we become hostile to the thought of being wrong.

  1. Argue about HOW and not WHY

WHY conversations often get emotional and ego led, and people become dismissive of the others.

✅Once you start discussing HOW, people start noticing the gaps in their knowledge and the flaw in their conclusions and become less argumentative.

  1. How to win debates and negotiate well
  • Instead of attacking to weakest argument, acknowledge their best one
  • Focus on fewer but stronger points
  • Ask questions
  1. Changing mindsets through Motivational Interviewing

We can’t motivate people to change. We have a better chance helping them find their own motivation to change.

Keys:

  • Asking open ended questions
  • Engage in reflective listening
  • Affirming the person’s ability
  1. Dealing with Polarised Mindsets

People operate with binary mindsets. Everything is black or white.

✅The solution lies in breaking this oversimplified extreme view by introducing complexity and nuance.

  1. Rethinking for Kids

The practise of doing multiple drafts instead of just one. Especially in creative projects.

👉More drafts mean more rethinking, reworking, polishing and fine-tuning. Leading eventually to a higher quality output.

  1. Learning Organizations

👉Combining Psychological Safety and Process Accountability to create a learning zone.

Honourable mention — Developing a culture of questioning by encouraging people to always ask “how do we know“.

  1. Career Planning and Identity Foreclosure

🚫We need to stop asking kids what they want to do when they grow up.

✅The choice becomes part of their identity. We need to encourage them that careers are actions to take and not identities to claim.
You live your life on auto pilot because you don’t know what to do with your life.

Follow us on Instagram

Follow us on Facebook profile https://www. facebook.com/pawan.baral.3133

Visit here for more:

Walaloo (Peom)

OBBOO_ABBAA_AXADAA!

Dr. Zalaalem Abarraa Tasfaa

Durba lama horee, hangafaa fi quxisuu
Mikaa’eliif wareege akka isaan guddisu.
Argaasaani hinquufuu, yeroo hunda do’ata
Hamaa akka irraa eeguuf Mikaa’eli kadhata:
“Adaraakee….” jedha… “ijoolleekoo tiksi
Kooqaroon isaanii, gaaddidduu arjummaakee irra gaaddideessi
Nagaakee naagonfiin, balaa irraa ittisi
Beekumsaa fi aangookee itti naahuwisi
Gooftaa burqaa aangoo, gooftaa abbaa gaachanaa
Arfaasaa fi birraa, yeroo bonaa fi gannaa
Hoo qubaakeen jedha ani siinan amanaa.”
Jedheetu wawwaata,
Nageenya qeyesaaf Mikaa’eli abdata.

Tasa oolee hinbeekuu Sanbata, Sanbata.
Galma Mikaa’eliti, akka warra kaani innis daawwitii baata.
Garuu…..dubbisuusaa hinbeeku tabjaaja’aa, doofaa
Icciitisaa kana dhoksuuf ka’ee kufaa
Hinbeekamu se’a…., garuu… ollaatu huursee kolfa.

“Obbo Abbaa Axadaa Qannoo ilmi Dhugaasa
Gadi galagashee daawwitii dubbisa.
Jedhani itti kolfu teellaasaan hamachaa,

Siraabeetii fi tikeen, daaqonii fi qeesiin, warri gubbaa Waachaa.


Guyyaan torbee ta’ee, torbeen baatii ta’ee, walitti eda’amee
Baatiin dabareesaa waggaatti jijjiiramee,
Jireenyi tarkaanfatee, fuulduratti aggaamee,
Ganni roobee caamee, aduun bayee dhiyee
Arfasaanis darbee, birraanis bariyee,
Jiruun uumaa kanaa silaa hindhaabatu
Bara fuulduratti dhangalaasa kaatu
Qabanii hindhaabanii…..barri abbaasaa hanyaatuu!

Ameessi kaan dhalee, ameessi kaan gu’ee,
Garanaa kaan fuudhee, garasii wal horee,
kaan jiraatee du’ee Inni kaan walhiikee,
kaanis sirbee fuudhee, tokko naqata guutee,

Carraan ilma namaa tokko gammachuudhaan, kaan gadadoon simtee
Gojomiin egeree, abdii hundaa rarraastee
Akkas-akkasittiin jireenyi nama Waachaa boriif si’eessite.
Intalli #Abbaa_AXadaa, isheen quxisuun sun jalaa dhukkubsatte;
Hinfayyiti jennaan, homaa fayyi dhibee, nama du’aa taate.

Maatiin Abbaa Axada hundinuu wawwaate,
Garana fi garasiin Waachaa hundi dirmate,
Kaan qoricha himee, kaan mala dubbate:
“Mucaa akka bunuutii, kaleessa niburraaqxii,
Mataa bowwuu hinqabduu, bakkee kana utaaltii,
Kunoo arraba koo ’rraa rifeensi haabuqqawu….kun ija namaa ti
Nyaara waraabessaa utuu itti ullee silaa nidudubbattii;”

“Lakki. ..dhiis namana…! toshatu kana godhe, kuni harka namaa ti”
“Waawuu tosha miti…akka #libaa_libbee rukuttaa wayii ti
Utuu waancaan butne, yookaan itti koobnee, mucaan nifayyitii.

Maal Jorgisi Caancoo, gooftaa gumaa bawu
Kan jawwee ajjeeste, …kan gaanfi sagali,
kan abidda tufaa huurrii keessa lowu
Kana yoo dadhabdee dubbii rogaa hinta’uu!
Mucaa kana fayyisi…jedhanii kadahatan – Birgaataa dhaa galu!
harmee haati Xilawu!”
Aadde haati mucattis….

“Baala qomonyootiin gatiitii shee kana utuu ho’isnee tarii…..
Eenyu…? Maqaan-kee… ! Bijige !…Dinsirii….! Qiriirii…!
Baala bakkaniisaa, babaldhaasaa fidii, dafii waliin dirii
Ramacii ho’aasaa mee dafii itti hammaarii;
Illee shee garanaa fi illee shee garasii
Ittiin naa karkarsi ! Ittiin naa ho’isi!

Yookaan xabbaa-qiddii, waa akka haadha gijaaree….dafaa fiigaa, maaloo
Kaan Koombootti kaadhaa, kaan gara Saasiggaa, kaan gara Abaaloo
Soonkooraa fi Loomica, garas Laga Gumbii, gama Laga Suuloo
Kaan Soorgaatti fiigaa, kaan goodaa Cirrii, achumaanis boollo
Gara Koroommii kanaa, achiis gara Koomtoo, Tuqaa gubbaa Walanee
Duuba Jaato kanaa fi gama Migira Adurree, beekaan jira hin jennee…?

Laga Gurreen bayii, Qesee keessa darbii duuba Caancoo fi Qassoo
Beekaa naa barbaadi, qoricha iyyaafadhu .. .maa teessaa Kamiso?
Boo…! Addana teessanii jechuusaa dhiisaa ti, xannachaa… dhayichaa…!
Kunoo, garas gara Bendii, gara Diggaa Fodooddo, gara Leeqaa Dullachaa
Mee harka-harkaan dafaa, kaadhaa akka billaachaa.

Dargeetti achi ceyaa, Kurfeetti achi darbaa, dhiiroo sakatta’a, mucaadhaaf qoricha!
Isgooooo! Abeeeeet…! Abeeeeet…! Mucaa kana fayyisi Mikaa’eli Waachaa”
Jedhani wawwaatani aaddee haati mucatti
Inii rakkoon mudde hincallisaa miti!


Hunduu mala hime, dabaree wal saamee, haasaa wal harkaa butee,
Hamma beekumsasaa waan qoricha jedhu, afaan dudubbate.
Adaraa…maal godha. . .didee itti cimee, ittuma hammaate,
Nama gaddisiisa; guyyaa xinnoo booda mucaan badduu baate.
Kuulleen Abbaa AXadaa #durbummaa dhaan duute.


Gadda guddaa ta’ee, qe’een nigoolamee
Obbo abba mucatti qabuutu dadhabame!
Isa gaddi seene garaan silaa hin obsuu,
Xuruurfata boo’ee akka waan imimmaan mucattii deebisu.
Qannoo Abbaa Axada, eenyu qabee haateesisu?

Manaa gadi utaalee, oobdii keessa ijaajjee
Galma Mikaa’elitti asi achi galagalee, aariidhaan fajajee,
Battala oljedhee, koomee lafaa kaasee asii ol hiixatee;
Akka abbaa galfataa qubasaa mirmirsaa, gaafa afaan saaqqate,
Galma Mikaa’elitti imimaan facaasee, imimmaan haqachaa,
“Si’i Mikaa’eli…; tarii na dhageessaa…? Mikaa’eli Waachaa!

Utuun si abdadhuu imaanaakoo gattee?
Marartuu xobbeekoo mucaakoo fudhattee?
Amanteen siif qabu maaf nashakkisiistaa?
Gulantaan si kaa’e ’rra maaliif gadi of buuftaa?
Yoosoo…. ixaana miti, ati faandoo ulattaa !”
Jedhee itti himee, hafuura baafatee,
Irraa galagale
Dhiphuu obbaafatee, akka waan oofkalee.


“Safuu….! Safuu…..!” jedhee, naasuun diilallaa’ee
Hammi gadda taa’e yeroo kana dhaga’e
Balaa gadi bu’u, laf-jala sodaatee, qaamisaa suuka’ee.

Qeesii fi diyaqoniin:
“#Woyi_xaaxaa…! #Woyi xaaxaa…!

Ere_yeqesefalluu…!..#Minainet_gud_mexxaa?

Bekekaadaan_gubee, #cebbiisaan_nufixaa!

Maalwuoo_abbaa_Atsede_gedde_kiesseen_websaa…Igziyoo_yeamlaak_quxxaa!

Igzaabiheer_new_yesexxe_Igzaabiheer_new_yenessa

Ibaakiwoo_yittaagesu.gedde_kiesseen_websaa

Obboo Abbaa Axadaas:
Adaraa Waaqayyoo maaloo Abbaate dhiisaa
An isan amanee …maaliif na gowwoomsa?
Sila maaliif #saxxee, amma maaliif #nassaa?
Jennaan Abbaateenis aariin of finiinsaa:

Indee..Igezitwootaallehu_bewunet_yixenqequ.!

Ere_indi_aayibbaalim,neur_newZ_aayibbaalim #Kettoo_yemmayigebba_Bemelaake_seiyfuu_biqerdidootis_inde_qollaa_dubbaa

Yiliq…nemni_mesaryaa_fudetee_gere_awaalaa_hadequ..

Kaan_degaa_haa_guuru,…kaan_diqdiqa_haa muru_kaan_buwollee_haa_qofforu_maannewuu?…..Haa_soqu….!

Kunoo akkasittiin mucaan geggeeffamtee
Obboo abbaa Axadaas garaasaa kutate.

Garuu….warri gaafa sana Mikaa’eli arrabsuusaa gurrasaan dhagaye
Kabaji Mikaa’eli akkas xinnachusaa nayee diilallaayee
Danuu quqquqamee, Qannoo balaalfate, Qannoo cubbuu faale, ofii qulqullaayee.
Gidira muddame, muddamee obsa dhabe
Jechi Obboo abbaa Xadaa Mikaa’elii caalaa isaaniin dhukkube
“Hammam yoo aarelle, Mikaa’eli arrabsaa?
Akka bishaan gaayyaa asi ol odeessaa?
Amanteesaatu siluma waan annisaa hin qabne, amantee irraa keessaa
Situ kennee fudhate,… galatni kee hin badin… jedhee maaf hin obsu?
Akka isa maraatee waamee hamma salphisu?”
Jedhee dubbii hunkuree, warri saatto mootii, warri baaltii baaltu

Keessa Obboo Abbaa Axadaa akka waan dubbisuu, akka waan hubatuu
Warri yaada hanquu, warri amanteen hossee
Ofii qulqullaawuf, cubbuu abbaa Axadaa lallabee odeesse

Oduu_kafandise!

Munaaga_munaage!

Xebena_xebene!

Yoo Obboo Abbaa Axadaa dallansuu gaafasii homaayyuu hin gaabbine,
Waan mucaasaa dhabeef Mikaa’elis hinganne.
Amantee geeddarees kaan hin barbaaddanne
Yookaan Aabboo Diggaa
Maaramii Saasiggaa
Goorgisi isa Caancoo
Maarqosii isa Koomboo
Sillaasee isa Koomtoo
Garbeelii isa Jaatoo
Jedhee labuu hinkaane;

Akkuma duriisaa Sanbata, Sanbata
Daawwitii butatee Mikaa’eli dhaabata
Hamma beekumsasaa abeetu abeeta.
“Abeeeet …. Isgoooo. ..!” jedha, meeqa wareegame
Gaafa du’asaatis, akkuma dhaammatetti, achumatti awwaalame.
Aaddeef
Muddee, 2000

#Zelalam_Abera Dr

Akkamiin milkoofna?💚💚

Amaloota namoota milkaa’anii 7:

❍ Akka hayyuu xinsammuu Steevan Koovey kitaaba isaa ‘The Seven Habits of Highly Effective People’ keessatti barreessetti namoonni jiruu fi hojii isaanii keessatti milkaa’an amaloota tokko isaan godhu torba qabu!

Amaloonni kunneen qorannaaf qo’annaa bara dheeraatin booda kan argamaniidha. Kitaabni kuni akka addunyaatti kan garmalee dubbifame keessaa isa tokko.

AMALOOTA TORBAN:

  1. Be Proactive ⁃ Nama dursee yaadu, osoo rakkoon tokko hin dhalatiniin duratti nama itti
    qophaa’u ta’uu. Waan fagoodhaa namatti as deemaa jiru lafuma jala tilmaamudhaan itti qophaa’uu!
  2. Begin with the end in mind ⁃ Waan tokko wayita eegalan kaayyoo dhumaa sammuu keessatti qabaachuu, waan hunda dura mul’ata isa dhumaatif xiyyeeffannaa guddaa kennuu. Gufuulee xixinnoo nama mudataniin sakaalamuu osoo hin ta’in
    kaayyoo keenya bira gahuuf kaayyeffanne sana
    yaadachuun jabaachuu.
  3. Put first things first ⁃ Waan dursuu qabu dursuu. Waan hunda altokkotti galmaan gahuun waan hin danda’amneef wanta dursa kennuufii qabnu dura hojjechuu.
  4. Think Win Win ⁃ Hariiroo namoota waliin qabnu keessatti gareen lameenuu haala itti injifatu irratti
    xiyyeeffachuu. Ofuma qofaaf milkaa’uu fi gammaduu osoo hin ta’in namoonni kan biroos akka gammadan yookin akka sababa keenyaan miidhaan irra hin geenye yaalii godhuu.
  5. Seek First to understand and then to be understood ⁃ Namoonni maalif na hin hubanne jechuudhaan duratti namoota hubachuudhaaf yaaluu!
  6. Synergize ⁃ Wantoota hojjannu keessatti waan
    qabnu hunda, yeroo, dandeettii, maallaqa keenya wal dandeessisuu; keessattuu akka dhaaba tokkootti yookiin waajjira tokkootti yoo sochoonu wantoota qabnu wal simsiisnee hojjachuu!
  7. Sharpen the Saw ⁃ Ilaalcha keenya qaruu. Waan tokko akkaataa sirrii ta’een hubachuuf yaaluudha.

Egaa kana fakkaata. Waan kana irraa waan guddaa akka hubattan abdiin qaba.

SAMMUU KEENYATTI HAMMAM FAYYADAMAA JIRRAA?

➲ Dandeettiin sammuu namaa dhokataadha. Yommuu ittiin hojjetan ba’ee mul’ata. Ittiin hin
hojjenne taanaan garuu sammuun dadhabaa fakkaata.

➲ Sammuu ofii hojjechiisuun dandeettii horachiisuu utuu hin taane, dandeettii sammuu
sanaa hojiitti hiiksisuudha.

▷ Saayintistiin guddichi dhalootaan Yihuudii,
lammummaan isaa Ameerikaa ta’e Albeert Enistaayin utuu addunyaan hamma sana
sammuu isaa ajaa’ibsiifattuu akkana jedhe, “Dandeettii sammuu kootti harka dhibba
keessaa harka digdamii shan (25%) qofaan waanan fayyadame natti fakkaata!” Jedhe.

▷ Hayyuun Wiiliyaam Jeems jedhamu immoo giddu galeessaan ilmaan namootaa 10%-12% qofaa sammuu isaaniitti akka fayyadamanii
darban ibseera! Kana jechuun sammuun ilmaan namaa heddumminaan hojii isaa utuu hin hojjetin akkuma waliin dhalatetti waliin du’a jechuudha. Biyyeen albuuda guddaa hammana ga’u kuufachaa jirti!

➲ Addunyaa kana caalaatti
dandeettii sammuu namaa qabeenya isaa kan godhate biyyeedha jechuudha.

Murtii

BENEFITS OF MAKING LOVE IN THE MORNING

THE BENEFITS OF MAKING LOVE IN THE MORNING

  1. IT MAKES GOOD USE OF THE MAN’S ERECTION Most men wake up with an erection, it is good for this hardness not to go to waste
  2. IT BOOSTS THE WIFE’S SELF-ESTEEM

When a woman wakes up naked to her husband admiring her, desiring her and wanting her; she ends up feeling sexy, beautiful and confident even before she dresses up

  1. IT STARTS THE DAY RIGHT WITH INTIMACY The best way to say good morning is with intimacy. Sweet love making, kisses, heartfelt words and prayer
  2. IT BRINGS OUT A GLOW When both the man and the woman feel loved up, they exude an inner positive vibe that others around them pick
  3. IT GIVES YOU SOMETHING TO SMILE ABOUT THE WHOLE DAY

Through out the day, both of them will find each other smiling, reminiscing about the morning. Maybe they will even text or call each other just to connect

  1. IT MAKES STAYING FAITHFUL EASIER

When your body is sexually satisfied in the morning, it is difficult to fall into temptation in the middle of the day. Unfaithfulness breeds where there is a vacuum

7.1T WAKES YOU UP PROPERLY

If you are sleepy or struggling to wake up, some good pumping, grinding, moaning, riding and touching will definitely wake you up

  1. IT BLESSES THE CHILDREN

Because there is warmth in the bedroom in love making, that warmth will spread to the entire house with the children witnessing the love between mom and dad

  1. IT CELEBRATES LOVE IN A NEW DAY

No matter how good or bad yesterday was, an episode of sweet love making sets the right tone today

  1. IT MAKES YOU LOOK FORWARD TO COMING HOME Since the day started in a memorable way, both husband and wife will miss each other and will long to see each other later in the day.

Facebook page, @murtii

Tellegram, @Tellegram, @Murtii

Youtube, @KuttayeTube

Amala dhiira dubartiin jaalattuu!

Amala dhiiraa Dubartiin Jaalattu
++++++++++++++/++++

Dubartoonni uummama isaanitiin dhiira jabaa isaanii ol ta’ee isaan hogganuu danda’u fedhu. Dhiira barbaaddamummaa gabu barbaadu. Akka ati waay’eshee qofa buustee baastee jireenya mataa kee dagattu hin barbaadan.

Dubartoonni hamma dhiiraa dandeettii waa murteessuu fi ofitti amanummaa hin qaban. Kanaaf jedhanii dhiira isaan utubee jireenya isaanii bareessu baay’ee barbaadu. Kanaafuu atuu isaanii gadi laafaa taanan filannoo biraa barbaaddatu.

Ati jireenya mataa keetii mijeeffachaa, ishii waliin jiraachuu akka barbaaddu fi jaalattu, kanaaf ammoo miiltoo jireenyaa akka siif taatu itti himi.

Baay’ee jaalalli ishee yoo sitti cimellee ishee biratti nama jaalalaan miidhame of hin fakkeessin. Nama karooraan deemu ta’i. Dadhabbinakee ofirratti hin beeksisin. Kennaa adda addaa fi sossobaa akkasumas dhiifama gaafachuu itti hin heddummeessin ykn sirumaa dhiisi.

Baay’ee jaalalli ishee yoo sitti cimellee ishee biratti nama jaalalaan miidhame of hin fakkeessin. Nama karooraan deemu ta’i. Dadhabbinakee ofirratti hin beeksisin. Kennaa adda addaa fi sossobaa akkasumas dhiifama gaafachuu itti hin heddummeessin ykn sirumaa dhiisi.

Yoo ofiif balleessite ta’e dhiifama gaafachuu dandeessa. Kan isheen balleessiteef garuu kadhaa fi sossabaan tokko hin barbaachisu. Akka ati ishee jaalattu erga beektee, deemtee deemtee allaattii reenfi lafa isa jedhan san, ni deebiti. Garuu bilbilaa fi miiseejii itti hin baayisin.

Amalli shammarranii amala adurreetin tokko, yoo ati ariite si jalaa baqatti, yoo ati gattee sokkite si hordoftee dhufti. Kanaafuu madaala kee olkaasuu hin dagatin. |Iddoo kamittuu waan ishiin jettu qofan guuta jettee hin yaadin. Gaaf tokko tokko gammachiisi malee ishuma gammachiisuuf yeroo mara hin dadhabin.

Dubartiidhaf jaalalli irra caalli isaa hinaaffadha. Hawwii fi kajeelladhaan umurii ishii fixxi. Kanaaf halkanii guyyaa hawwisiisuu, hinaafsisuun si biraa hafuu hin qabu. Dubartiin ani simalee yoo jetteen of tuuluu barbaadu waan ta eef Carraa babal’aa baay’een akka jiru ishuma fuundura deddeemii itti agarsiisi.

KAROORAAF AS JIRTA

Yeroo waraana addunyaa lammaffaa(wwII) loltuu Raashiyaa tokkotu boqonnaa yeroo gabaabaa fudhatee gara bakka haadha manaasaa wajjin jiraatuutti gala. Utuu mana hin gahin konkolaataa karaarra dhaabbatee reeffa namootaa lafa guutee jiru bakka awwaalchaatti guuru arge. Diinatu magaalaa seenee barbadeessee deeme. Iji loltuu kanaa namoota kana keessaa dubartii tokkorra buufate; kophee inni biteefii ture kan uffattee jirtu arge. Fiigee mana galee gaafa laalu haadhi warraa isaa mana hin jirtu. Rifaatuun dafee ofirra galagalee deebihee dhufee namoota reeffa guuran sana walfalmii guddaan booda bakka biraattan awwaalladha naa kennaa jedhee heyyamsiifate. Hafuurri xiqqoo keessa akka jirtu mirkaneeffate. Kaasuu isaatti baatee deemee yaalchisiise! Ni fayyite!
Waggaa saddeet booda bara 1952 ilma argatan ilmi isaanii kunis ‘President’ Raashiyaa har’aa Vilaadimir Puutin dha.

Madda:- kitaaba Hillary Clinton kan “Hard Choices” jedhurraan argadhe!

Eeyyeen sababaaf sababaan as jirta! 😕

Gonkuma Abdii hin kutiin👹

GONKUMAA ABDII HIN KUTIN!!!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❏ “Rakkattee osoo hin milkaa’in haftee yoo ta’e, kan si booda milkaa’u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta’e garuu si dura nama rakkatetu ture.”

Oromoo

■ Dubbiin kun dhugaa dha.
• Maalifan milkaa’uu dhabee?
• Maalif milkaa’inni ana irraa fagaatee?
• Maalif kufaatiin natti baay’atee? Jettee Komii ofii kee irratti nama irratti fi Waaqa irratti hin kaasin!
• Yoo ofii kee rakkattee, dadhabdee milkaa’uu baatte, rakkina kee kanatti ilmi kee, dhaloonni si boodaa milkaa’uu danda’a.

Fakkeenya tokkon siif fudhadha.

■ Seenaa Dr. Maartiin Luuter King Juuniyeer waan beektu natti fakkaata. Inni bara isaa waggaa 38 jiraate keessatti mirga walqixxummaa gurraachotaaf falmu hoogganaa ture. Sababa kanaaf yeroo baay’ee mana hidhaatti darbatamaa akka ture rakkinni gurguddaan isa irra gahaa akka ture beekamaa dha. Haa ta’u malee mirgi gurraachotaa kabajamee, warri adii fi gurraachonni mirga walqixaa qabaatanii akka jiraatan osoo hin argin lubbuun isaa addunyaa kana irraa namoota badiin dabarte. Garuu inni ofii isaa rakkachaa turee milkaa’ina rakkoo isaa osoo hin argin du’u iyyuu, har’a ilmaan isaa bu’aa rakkina isaatii dhamdhamaa jiru.

■ Ilaali rakkina kee har’aa kana ilaaltee abdii hin kutin!

Diinni milkaa’inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du’aatti yoo ta’e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta.

Dhaloonni si boodaa “rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har’a bu’aa isaa jiraanna” siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu.

■ Hammuma kufaatiin sitti baay’atu milkaa’ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki!

■ Kufaatiin tokko gaafa si quunnamu deemsa gara galma milkaa’ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha.

■ Imala gara milkaa’inaatti deemuu kee, karaa milkaa’inaa irra imalaa jiraachuu kee kan siif mirkaneessu kufaatii si mudachaa jiru dha.

■ Kufaatiin yoo si mudachaa jira ta’e, jabaadhu ati karaa milkaa’naa irra jirtaati. Garuu hamma yoonaa kufaatiin si mudatee hin jiru yoo ta’e ati milkaa’ina keef deemsa hin eegalle jechuu dha.

■ Namni osoo hin kufin milkaa’e nama hin hojjanne dha yookiin kufaatii nama biraatti kan milkaa’e dha.

■ Kufaatiin hammuma si mudachaa deemu; ofitti amanamummaa kee cimsaa, waan darbe irraa barachaa, karaa kaleessa irratti kufte irra akka hin deddeebine hubachaa, karaan biraa akka jiru xiinxalaa akka deemtu si gargaara.

■ Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa’inaa ti.

• Jireenya kee jijjiruuf sammuu jijjiiramaan har’a jijjiirama eegali!

Via@Gaggeessummaa
Tellegram @murtii1547

Facebook @Murataa

AMALA NAMOOTA CIMOO

Amala namoota #sammuu bilchaata qabanii.

(1,) Yeroo hundumaa sochii irratti argamu. Maaliyyuu yoo isaan mudate sochii isaani hin dhaaban. Yeroo isaani gubuu hin fedhan.

(2,)Jijjirama “baga nagaan dhufte jechuun” ni simatu. Mudannoo jijjiiramicha irratti jijjiramicha fiduu irratti isaan mudatus akkasuma ni fudhatu.

(3,)Gammachuu dhaabbataa ta’e qabu. Kufaatin iyyuu yoo isaan mudate akka carraa gaariitti waan fayyadamaniif gammachuun isaani hin hir’atu.

(4,)Namoonni akkasii kun Gaariidha, haqa qofa jaallatu. Waan itti dhaga’amee haasa’uufis eeyyama namaa utuu hin eegin dubbatu.

(5,)Milka’ina namoonni biroon goonfatanitti ni gammadu. Hinaaffa wanti jedhame jireenya isaani keessatti hin mul’atu.

(6,)Mudannoo milka’ina dursee dhufu fudhachuuf fedhii guutuu qabu.
Ati kamiin keessa akka jirtu of ilaali. Yoo hanqina qabaatte sirreeffachaa adeemi.

Namoota bilchaatoo jedhaman kanatti makamuuf ammuma irraa jalqabii sammuu kee irrattii hojjechuu eegali.Waliin hojjanna Waliin jijiramanaa.
Wabii @segni

Tellegram, @murtii

Facebook @murtii99