Waa’ee Qaama saalaa dhiiraa waan beekuu qabnu

💜DHUGAAWWAN QAAMA SAALAA AALA DHIIRAA💜

âž² Nafsaalli dhiiraa dhaabbachuu kan jalqabu yeroo dhiirri gadameessa haadha isaa keessa jiruudha. Sa’aati garaagaraa keessatti miirri dhaabbachuu ‘fetus’ keessatti ni muudata. Sababni kana jedhamuu baatus qaamni keenya wantoota qorachuu fi deemsa karaa sirrii irra jiraachu kan agarsiisudha.

âž² Guddinni nafsaalaa dachaa dhiirri yaaduu oliidha. Walakkaadha ol qaama keenya keessatti awwaalamee kan hafuudha. Maal qaba osoo inni keessas ol na ba’ee jechuun kee hin oolu. Kan barbaachiseef caasaa qaamota walhormaataa walitti hidhuuf hanga lafee hudduutti kan fulla’eedha.

âž² Halkan nafsaalli hanga yeroo shanii olii dhaabbachuu danda’a. Sababiin isaa ifa ta’uu baatus wirxiffannaa ho’a halkanii fi fincaani ta’uu mala. Seelonni noradrenaline oomishan waan cufamaniif carraan miira ukkaamsuu waan dhabamuuf nafsaalli dhaabbachuu danda’a.

âž² Nafsaalli gaafa dhiirri du’u danda’a (death erection). Kuni dhiibbaa funyaani gara cerebellum ta’uun kan raawwatuudha. Keessattuu namoota summiin, rasaasa fi fannifamanii lubbuu dhaban kan muudatuudha.

âž² Nafsaalli walqunnamtiin saalaa yeroo humnaan gaggeeffamu cabiinsi muudachuu danda’a. Akkuma dhaabbatee jirutti dhiisunis cabsuu danda’a. Yeroo walqunnamtii saalaa raawwaannu dubartii ofirra teessisuun (woman on top) raawwachuun tasa walirraa goruun cabiinsi muudachuu danda’a. Irreen corpora cavernosa tishuu dhiigan guuttamee jiru kan muudatuudha.

âž² Nafsaalli safaramuu kan qabu yeroo sirnaan dhaabbateedha. Nafsaallu yeroo hin dhaabbanne jiddugaleessan hanga sentimeetira sagaliiti (9cm). Yeroo qorraa kanaa gaditti gadi bu’a. Yeroo dhaabbatu gara seentimeetira kudhasadii hanga kudhasaddeetiti (13cm-18cm). Nafsaalli jiddugaleessan hanga waggaa digdamii tokkootti guddachaatuma deema. @garritube

âž² Nafsaalli akkamitti dhaabbachuu qaba? Misaayilii dhukaasuf, kuubba fageenya dheeratti rukutuuf degree 45° filatamaadha. Nafsaallis fageenya dheera gadi fulla’uuf, walqunnamtii saalaa bareedaa gaggeessuf, oso